Jeremiah 25:38 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi yayu gumi isa lakise akuma nyeench'i goda ufi lakisu. Maro woraana nyaapatifi dallansu hamtu AABBO Waaqale lafti yayu badde aloo taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa guraadee worra nama qabuutii fi lola Rabbii jaba'aatiif biyyattiin waan ona taateef akkuma leenci darmiin hulee jiraatu dhiisee baqatu isaanillee hin baqatan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akka neenqaa mandhee ifii keessaa hin baya; sababa cunqursa'aatii fi aarii jadduu Mootii Waan Maraatiif, latti hin onti.