Jeremiah 25:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato AABBO Waaqi raagoota hojattu isaa isaniti bara ch'ufa ergele, isani inch'aqamne yokhaani dubbi suni womatu indarre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattotaa fi tajaajiltoota Rabbi uduu wol irraa hin kunne isinii ergullee isin qalbi'iin hin caqafne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa tajaajiltoota ifii raagota mara itti deddeebi'ee gara keessan erge; isin hin caqanne yookiin hin dhageenne.