Jeremiah 25:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'e, Isani nami ch'ufti kara hama kanafi waan hamtu tahuti, jirtani kana iraa deebia, duuba akanaani lafa AABBO Waaqi isanifi ababoota teesani haga jiru jireenna d'aalaa kenne keesa teetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni, ‹isin maruu akka lafa Rabbi isinii fi abboota teessan ta duriitii kenne tana keessa baraa haga bara baraa jiraattan jireenna badaa jiraattanii fi hujii hamaa keessan kana irraa deebi'aa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, ‹Tokko tokkoon keessan, karaa hama'aa fi hujii hantuu teessan irraa amma deebi'a'a; lafa Mootiin Waan Maraa bara baraa haga bara baraa isinii fi abbootii teessaniif kenne keessa le'a'a.