Jeremiah 25:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqoota d'ibi gula yaatani hojattani inkad'atiina, waan harkaani boch'atani kad'attani AABBO Waaqa indallansisina. Yo isani akasi taatani Waaqi woma isani intolchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqolee tolfamaa biraa hin hordofinaa'a; isaan hin tajaajilinaa'a; hin sagadina'aaf, waaqolee tolfamaa harkaan hojjatamanii sagaddanii akka Rabbi lolu hin taasisinaa'a; yoo ajaja kana eeddan inni isin hin adabu.›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqota dhibii waaqonfatiisaaf, isaan tajaajiliisaafille hin hordofina'a; akka inni isin hin adanne hujii harka keessaniitiin Mootii Waan Maraa hin aarsina'a› isiniin jedhane.