Jeremiah 26:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaaroleeni Yuda waan tahe kana d'ageennaani mana hayyu keesaa baate, harifate Mana Waaqa d'ufte, fulla fullo Hareeti jed'ani Koraa teteette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni Yihuuda'aa waan ta'e kana maraa haga dhagayan mana mootumma'aatii bayanii gara mana woyyu'uu dhaqanii dallawa balbala mana woyyu'uu haarawa biratti bakka qabatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltoti Yihuda'aa waan kana yennaa dhageette, mana mootumma'aa keessaa gara Galma Waaqaa ol bayanee, seensuma balbala dalleya haareyaa, ka Galma Mootii Waan Maraa dura tee'ane.