Jeremiah 26:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani qaaloleefi raagooti waan jaaroleefi gumiini jette, namichi kunini duu male, waan inni aka dira keenna balleesani fageefi. Isanileeni waan suni ya gurra keesanini d'ageetaniyu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadoonninii fi raattonni bulchootaa fi bani'iin, «waan namni kun dubbate maraa isinuu dhageettaniirtan inni qachaa tana keessatti dubbii raagaa hamaa waan dubbateef du'uu isa barbaachisa» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba hayyootii fi raagoti, qondaaltotaa fi kolbaa maraan, «Akkuma isin gurra keessaniin dhageettane nami kun qachaa kana irratti raaga waan dubbateef ijjeefamuu qaba» jedhane.