Jeremiah 26:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini waan worraani jed'e, Nami na erge, badii Mana kanatifi ta dira kana fagi nani jed'e AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Ermiyaas bulchootaa fi banii maraanuu akkana jedhe, «Dubbii qachaa tanaa fi mana woyyuu kana keessatti dhageettan akka labsuuf ka na ajaje Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ermiyaas qondaaltota maraa fi kolbaa maraan, «Waan isin dhageettane kana mara Galma Mootii Waan Maraatii fi qachaa kana irratti raaga akka dubbadhuuf ka na erge Mootii Waan Maraa ti.