Jeremiah 26:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini harka keesani keesa jira! Waan feetani ka d'uga seetani na tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti kun yaada kiyya yoo ta'e ani harkuma keessan jira; waan qajeela'aa fi sirrii ta'ee isinitti mudhate maraa na irratti godhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo kunoo, harka keessan keessa jira; waanuma dansa'aa fi sirrii te'ee isinitti mudhate na irratti muummessa'a.