Jeremiah 26:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Yuda ka Hezekia jed'anifi gumiini Yuda ya Mikaya ijeefte? Hezekiani AABBO Waaqa sodaate, qarqaarsa inkad'anne? AABBO Waaqi badi qara worra balleesu fed'u illakimne? Nu diquma badi hamtu ufiini ind'ufini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa mootiin Hisqiyaasii fi baniin Yihuuda'aa akka Mikkiyaas du'u taasisanii? wa'a! waan kana caalaa Hisqiyaas Rabbiin sodaata'aa akka inni isaa araaramu worwaate; Rabbi balaa isatti fidu'uuf karoorfate hin dhiise; nu garuu balaa guddisee nama hucuucu ufitti fidu'uuf qophoofneerra.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Yihuda'aa Hisqiyaasii fi kolbaan yihuda'aa marti Miikiyaas akka ijjeefamu godhanee ree? Hisqiyaas Mootii Waan Maraa sodaatee araara isa hin kadhannee ree? Mootiin Waan Maraa badii isaan irratti fidiisaaf yaade san hin lakkinnee ree? Nuuti ammoo badii guddoo ifi irratti fidiisatti jirra» jedhane.