Jeremiah 26:2 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan nani jed'e, Naabo Mana Waaqa keesa eji, dubbi anini, dira Yudati himi siini jed'e tana, worra Waaqa kad'achu d'ufeti himi. Waan tokole inhambisini.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
anaan, «Badhinna Galma Mootii Waan Maraa duraa keessa dhaabbadhuutii, qachaa Yihuda'aa keessaa kolbaa Waaqonfatiisaaf gara Galma Mootii Waan Maraa dhuttu maratti waan ani si ajaju mara takkattiille adoo hin hamburin himi; jecha tokkolle keessaa hin hamburin.