Jeremiah 26:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi Yehoiakimu jed'anifi askarti isaatifi jaaroleeni isaaleeni waan Uriani jed'e d'ageennaani, hayyichi aka isa ijeesu malate. Ammo Uriani waan suni d'ageennaani mudame, lafa Misiriti baqate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Iyyo'aaqeemii fi ajajaan ajajoota loltootaa akkasuma ajajoonni loltootaa waan Uuriyoon dubbate haga dhagayan mootichi Uuriyoo ajjeesu'uuf sondhaan Uuriyoon garuu haga waan kana dhagaye guddisee sodaatee gara biyya Misirii dheessee jalaa baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Yehoyaaqiim loltootaa fi qondaaltota ifii mara woliin jecha kana yennaa dhage'e mooticha Uriiyaan ijjeesiisaaf yaade; Uriiyaan ammoo waan kana yennaa dhage'e sodaatee gara biyya Gibxi'ii baqate.