Jeremiah 26:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hayyichi Yehoiakimuni Elnathani ilma Akboritifi nama d'ibi lafa Misiriti erge, Uria barbaada kootani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Iyyo'aaqeem garuu Eelnaataanii ilma Akibooriitii fi namoonni biraallee gara biyya Misirii dhaqanii akka Uuriyoo fidan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee mootichi Yehoyaaqiim dhaqanee Uriiyaa akka fidanuuf ilma Akborii Elnaataanii fi namoota dhibii gara biyya Gibxi'ii erge.