Jeremiah 26:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri isa qabe, hayyicha Yehoiakimu duraani d'umnaani inni isa ijeese, reefa isaa fulla nama ch'ufa iti awaalani buuse.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan Uuriyoo qabanii mootii Iyyo'aaqeemiin bira fidan; mootichi akka Uuriyoo ajjeesanii awwaala bani'ii keessatti gatan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaanille Uriiyaa biyya Gibxi'iitii gara mooticha Yehoyaaqiimii fidanee dhufane; mootichille shallaaga'aan isa ijjeesee reeffa isaa addee awwaala kolba'aatitti gatane.