Jeremiah 26:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan Ahikamu, ilmi Shafani, naa kalcheefi anini harka gumi suni ka sila na ijeeftu jalaa bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ana garuu Ahiqaam ilmi Saafaanii waan na irraa dhoogga'aa tureef akka na ajjeesaniif bani'itti dabarsanii na hin kennine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Shaafaanii Ahiiqaam Ermiyaas waan qarqaareef, Ermiyaas akka ijjeefamuuf harka kolba'aatitti dabarfamee hin kennanne.