Jeremiah 26:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini mana kana aka Shilo tolche, dira kanale waan nami lafa ch'ufa woliini abaaru tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo naa ajajmuu diddanii akkasumaan ka deemtan ta'e waan Sheelo'otti godhe maraa mana woyyuu kiyya kanattillee deebi'ee godha; baniin adunya'aa maruu maqaa qachattii tanaa akka abaarsaatitti laalan»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akkuma Shiiloo godhe Galma kanalle hin godha; qachaa kanalle gosa biyya adda addaa oddu'utti ka abaarame hin godha jedha› jedhiin» jedhe.