Jeremiah 26:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini maanifi maqa AABBO Waaqatini, mani kunini akuma Shilo tae, diri kunileeni nama d'abe bade ona taha jetta? Jennaani gumiini ch'ufti na marsite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Wonti ‹ati manni woyyuun kun akkuma Sheelo'oo ta'a» jettee maqaa Rabbiitiin raaga dubbatteef maali'i? akkasuma, ‹Qachattiin tun hin baddi; ka isii keessa jiraatullee hin argamu› jetteef maali'i?» jedhanii gaafatan; achiin maayessa baniin mana woyyuu keessatti wol gayanii na marsan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati, ‹Manni kun akka Shiilo'oo hin te'a; qachaan kunille onee, ka nami keessa hin jirre hin te'a› jettee maqaa Mootii Waan Maraatiin raaga maaf dubbatta?» jedhanee kolbaan marti Galma Waaqaa keessatti itti dacha'anee Ermiyaas marsane.