Jeremiah 27:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo gochiti tokoleeni ee jette hayyu Babiloni jalati bulte, Anini gosa suni lafa isaani keesati lakise, Worri oobru qotate achuma taa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin garuu baallii mootii Baabiloonii jala buluu fi isa tajaajilu biyyuma ufii keessa taa'ee akka lafa ufii qotatu godha; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, ‹Kolbaa morma ifii gad qabattee waanjoo mootii Baabilonii ba'attee isa tajaajiltu ammoo lafa ifii keessa teettee akka qotattu hin lakkisa› jedha» jedhe.