Jeremiah 27:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini woma suni Sedekia hayyu Yudati hime waan jed'e. Ee jed'aa, hayyu Babilonitifi nama isa ch'ufa jalati bula, duuba injiraattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Sedeqiyaasii mootii Yihuuda'aatitti akkana jedhee dubbima kana dubbadhe, «Ati yoo mootii Baabiloonii gabbarte, isaa fi banii isaallee yoo tajaajilte, lubbu'uun jiraachuu hin dandeetta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille erguma tana mootii Yihuda'aa Zedeqiiya'atti himee, «Mootiin Waan Maraa, ‹Morma keessan gad qabadha'aatii waanjoo mootii Baabilonii ba'adha'a. Isa fi kolbaa isaa tajaajila'a. Tana yoo gootane jiru'uun hin jiraattan› jedha.