Jeremiah 27:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqumati, Anini raagoota suni inergine, worri maqa kiyyaani waan d'ara faguu jira jed'a. Tanaafi inni isani gusse, isanifi raagoota waan d'ara kana isaniti himtu tanale ijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka inni ufii isaan hin erginee fi ka isaan maqaa isaatiin dubbatan maruu akka soba ta'e inninuu isinitti himeera; kanaafuu inni isin ari'a; isinii fi raattonni soba kana dubbattan maruu hin baddan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ‹Ani isaan hin ergine; isaan maqaa kiyyaan raaga dharaa raagan. Tanaaf, ani isinii fi raagota raaga dharaa isiniif raaganu hin balleessa; isin lamaanuu hin baddan› jedha» jedhe.