Jeremiah 27:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini waan qaaloleefi gumi ch'ufaani jed'e, AABBO Waaqi waan jed'u, raagoota, miha Mana Waaqa ka boojiani lafa Babiloni geesani d'iotu indeebisani jettu, inch'aqasina. Worri isaniti kiyyibuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi gadootaa fi bani'itti «Raattota meeshaan mana woyyu'uu maruu daddafee deebi'ee dhufa jedha'aa isinitti himan maraa hin dhagayinaa'a; wonti isaan dubbatan raaga sobaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani hayyootaa fi kolbaa tana maraan, «Mootiin Waan Maraa, ‹Raagota: mey Galma Mootii Waan Maraa Baabilon keessaa ariiti'iin hin deebi'a jedhaa raaga dharaa raaganu hin caqasina'a› jedha.