Jeremiah 27:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo worri d'uguma raaga tahe dubbi AABBO Waaqatini dubbate, worri ha ana, AABBO Waaqa gudda gaafatuti, aka miha Mana Waaqa keesati hafufi miha d'ibi ka mana hayyu keesa jirule Babiloni ingeesine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan yoo raattota ta'anii fi dubbiin raagaa ka ani isaanitti hime isaan keessa jiraate isaan meeshaa hin fudhatamne ka mana woyyu'uu, mana mootummaa Yihuudotaatii fi ka Yerusaalemiin keessatti hafe maraa akka gara Baabiloonii hin fudhatamne akka godhu kadhata'aa ana Rabbii waa maraa danda'u haa gaafatanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan raagota yoo te'ane, jechi Mootii Waan Maraalle isaan keessa yoo jiraate, mey Galma Mootii Waan Maraa keessatti, mana mootummaa Yihuda'aa keessatti, Yerusaalem keessalle'etti hafe, gara Baabilonii booji'amee akka hin fudhatanne Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dade kadhatanuu ti» jedhee hime.