Jeremiah 27:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Miha suni lafa Babiloni geesani, haga anini barbaada d'ufuti achumati lakisani. Duuba eegi suni anini guure, fulla tanati deebisa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga ani yaada kiyya gara isaanii deebisuu meeshaan kunniin maruu gara Baabiloonii fidanii achi taa'a; achiin maayessa ani isaan deebisee gara hulee kanaa isaan fida; ka waan kana dubbate ana Rabbi» jedhee isaanitti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mey kun gara Baabilonii hin fudhataman; haga guyyaa ani isaaniif yaadadhee achii isaan deebisee gara mana mootumma'aa kana isaan fidu dhufutti achuma hin turan» jedha.