Jeremiah 27:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqooni atini worraani, hayyoota keesaniti d'aama jettuuni tana: Wonti AABBO Waaqi guddaani, Waaqi Israeli, jed'u tana:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri dhaamsa gooftota ufiitii geessan kunniin dhaamsa kiyya ka ana Waaqa Israa'elii Gooftaa banii maraa akka geessan isaanitti himi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhaansa kana goottolee ifiititti akka himanu ajaji; Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade Waaqi Israa'elii