Jeremiah 27:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Irreefi jabeenna kiyya guddaani anini lafafi namaafi bineensa lafa keesa jiru ch'ufa uume, lafa suni nama anini jaalad'u kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hunna kiyya gudda'aa fi jabeenna kiyyaan adunya'aa fi fiixaa ilma namaa akkasuma busaawaa lafa irra jiraatu maraa uume; namni adunyaa bulchu eennuun akka ta'e hin murteesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
goottolee teessaniin, ‹Ani hunna tiyya guddo'oo fi irree tiyya jaddu'uun lafa, kolba'aa fi bineensota lafa irra jiranu mara dadeera; ani nama isaaf kenniisa barbaadeef isii hin keenna.