Jeremiah 27:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gosa tana ch'ufa harka hojattu tiyya Nebukadreza hayyu Babiloniti kenne anuma, anini bineensa alalle ch'ufa isa jalati bulche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kun maruu baallii hojjataa kiyya ka Nabukadanatsoorii mootii Baabiloonii jalatti akka bulan ka taasise ana; busaawaan lafa irraa uduu hin hafne isa jalatti bulan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani amma biyya tana mara harka tajaajilaa kiyya Nebukadnezaarii mootii Baabiloniititti dabarsee hin kenna; bineensotille akka isa tajaajilanuuf isaaf kenna.