Jeremiah 27:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti ch'ufti isaafi ilma isaatifi akhaakhu isale jalati bulti, haga guyyaani lafti isaa baddu gahuti. Duuba gaafasi gochiti isaa gosa jabduufi hayyoota gugurdo jalati bulti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin maruu isaa hojjata akkasuma haga guyyaa baniin isaa kufu gawutti isaan, ilma isaatii fi ilma ilma isaa jalattillee hin bulan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga guyyaan biyyi isaa qabatantu dhufutti, gosi biyya adda addaa marti isa, ilma isaatii fi ilma ilma isaa hin tajaajilan; achiin duuba gosi biyya adda addaatii fi moototi hunnaameyyiin garba ifii isa hin godhatan.