Jeremiah 27:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi raagoota teesanifi nama wo himuufi nama oobju qabuufi nama ekhera wo gaafatufi falfatu, hayyu Babiloni jalati imbulina isaniini jettule inch'aqasina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worra raattotaa, worra moru, worra asmaa hojjatan, yookaan worra ekeraa dubbisanii fi worra eebjuu eebjota'aa waan uf afoo ta'u hin beenna jedhan maraa hin dhagayinaa'a; wonti isaan maruu isin gorsaniif akka isin mootii Baabiloonii jalatti hin bulleef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, isin raagota keessanii fi mortoota teessan, worra oojjuu hiiku, worra ekeraa dubbisu, worra xanoo xanu ka ‹Mootii Baabilonii hin tajaajiltanu› jedhanu hin caqasina'a.