Jeremiah 28:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gannuma suni, jia shaneeso ganna afreeso ka Sedekiani hayyu Yuda tahe, raagi Hanania, ilma Azuri jed'ani, ka dira Gibeoniiti d'ufe, Mana Waaqa keesati nani dubbate. Qaaloleefi gumi ch'ufa durati inni waan nani jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baruma san akkuma Sedeqiyaas mooyeen woggaa arfeesso'oo ji'a shaneesso'ootitti raattichi ilmi Azuurii namni biyya Gabaa'oonii Hanaaniyaan mana Rabbii keessatti raattotaa fi banii maraa afo'otti akkana naan jedhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jalqaba bara Zedeqiiyaan mootii Yihuda'aa te'e, woggaa arfeesso'oo wogguma san, ji'a shaneesso'ootitti, ilmi Azurii Hanaaniyaan raagichi nami qachaa Giibe'onii Galma Waaqaa keessatti hayyootaa fi kolbaa mara duratti Ermiyaasiin,