Jeremiah 28:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani raagi Hananiani qaampara kaani morma iraa na baase ch'ach'abse,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa raattichi Hanaaniyaan qambaraa lum'a kiyya irra jiru fuudhee caccabse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Hanaaniyaan raagichi waanjoo morma ana raagicha Ermiyaas irraa fuudhee cassee