Jeremiah 28:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gumi ch'ufa durati waan jed'e, AABBO Waaqi waan jed'u, Akuma atini qaampara kana ch'absite kana, anini qaampara hayyuuni Babiloni Nebukadrezani, morma gosa ch'ufa ira kaye ganna lama keesati ch'absa. Jennaani anini kae iti d'aabad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni banii maraa afoo dhaabatee, «Waan kana yoo dubbatu Rabbi waan kana woggaa lama keessatti qambara bulchiinsa mootii Baabiloonii ka banii irra jiru fuudhee akka caccabsu natti dubbateera» jedhe; achiin maayessa ani ka'ee achii deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolbaa mara duratti, «Mootiin Waan Maraa, ‹Woggaa lama keessatti waanjoo Nebukadnezaarii mootii Baabilonii morma gosa biyya adda addaa mara irraa akkuma kana hin cassa› jedha» jedhe; achiin duuba ani raagichi Ermiyaas karaa kiyya deeme.