Jeremiah 28:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba eegi anini diqo tae, AABBO Waaqi waan naani jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga raattichi Hanaaniyaan qambara lum'a raatticha Ermiyaasiin irra jiru cabseen maayessa dubbii Rabbi gara Ermiyaasii ergeen,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hanaaniyaan raagichi waanjoo san morma Ermiyaasii irraa fuudhee eega casse yennaa diqqo'oon duuba jechi Mootii Waan Maraa gara Ermiyaasii dhufee,