Jeremiah 28:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gara Hanania d'aqi waan jettuuni, AABBO Waaqi waan jed'u, Atini qaampara mukhaa ya ch'absite, ammo fulla isaa anini qaampara sibiila kaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Deemi! Hanaaniya'aan akkana jedhi, ‹Ati qambaraa mukaa cabsiteerta; ani garuu bikka san qambara sibiilaa hojjadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dhaqii Hanaaniya'aan, Mootiin Waan Maraa, ‹Ati waanjoo mukaa cassiteerta; addee waanjoo saniititti waanjoo sibiilaa hujjee bakka hin buutta jedha› jedhiin» jedhe.