Jeremiah 28:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi guddaani Israeli jed'u: Anini qaampara sibiila morma gosa tana ch'ufa ira kaye, worra hayyu Babiloni ka Nebukadreza jed'ani jalati bulche, worri isa jalati bula. Ammalle anini bineensa alalle ch'ufa isa jalati bulcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani lum'a banii kanniinii maraa irratti qambara sibiilaa fe'a; isaan Nabukadanatsoorii mootii Baabiloonii jalatti bulan; waan biraa dhiisii busaawaan lafa onaa keessa jiruu akka isa jalatti bulan taasisa› jedhii itti himi naan jedhe; ka waan kana dubbate ana Waaqa Israa'elii Gooftaa banii maraati.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade Waaqi Israa'elii, «Mootii Baabilonii Nebukadnezaar akka tajaajilanuuf morma gosa biyya adda addaa tana maraa irra waanjoo sibiilaa hin keya; isaanille isa hin tajaajilan; akka inni bineensotalle bulchu hin godha» jedha.