Jeremiah 28:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi AABBO Waaqi waan siini jed'u, Amma lafa keesaa si balleesa. Gannuma kana keesati doota, waan atini biyyaani, Dubbi Waaqa dida jetteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbi, «Ani sirima lafa irraa si balleessa, sababaa ati baniin ana Waaqa ufiititti akka ka'u gooteef uduu woggaan kun hin dhumanne duuta› jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
tanaaf, Mootiin Waan Maraa, ‹Ani lafa irraa si hin balleessa; ati kolbaan tun ana Mootii Waan Maraa irratti akka kaatu waan gooteef, wogguma tana hin duuta› jedha» jedhe.