Jeremiah 28:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ganna lama keesati, miha Mana Waaqa ch'ufa, ka hayyichi Nebukadreza jed'ani boojie Babiloni geese, fulla tanati deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ani meeshaa mana woyyu'uu ka mootichi Nabukadanatsoor gara Baabiloonii fide maraa woggaa lama keessatti gara hulee kanaa deebisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meya Galma Mootii Waan Maraa ka mootiin Baabilonii Nebukadnezaar, addee tanaa gara Baabilonii geesse mara, woggaa lama keessatti deebisee gara addee tanaa hin fida.