Jeremiah 28:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani qaaloleefi gumi Mana Waaqa keesa jirtu ch'ufa durati anini waan Hananiani jed'e:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani gadootaa fi banii mana woyyuu afoo dhaabate maraa afo'otti Hanaaniya'aan akkana jedhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani raagichi Ermiyaas hayyootaa fi kolbaa Galma Mootii Waan Maraa keessa dhaabbataneeranu mara duratti Hanaaniya'aan,