Jeremiah 28:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayye, hataatu AABBO Waaqi tolchinna. Dubbi atini jette tana inni sii d'ugeese, miha Mana Waaqatifi nama boojiani Babiloni geesani ch'ufa deebisinna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Amiin! Rabbi akkuma ati jette haa godhu! Rabbi meeshaa mana woyyu'uu fidu'uu fi worra booji'aman deebisu'uun raaga ati dubbatte haa raawwatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ameen! Mootiin Waan Maraa akkuma ati jette godhuu ti; meya Galma Mootii Waan Maraatii fi worra booji'ame mara Baabilon keessaa gara addee tanaa deebisiisaan Mootiin Waan Maraa raaga ati dubbatte kana muummessuu ti!