Jeremiah 28:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo raaga nagaya dubbatu hojja dubbini isaa guutamtu ch'alla aka d'uguma Waaqi isa erge beekhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu raattichi waan nagayaatiif dubbate yoo jiraate raaga Rabbiin irraa ergame akka ta'e ka beekkamu yoo raanni inni raage sun dhugaa ta'ee argame calla'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo raagichi tokko marroo nageyaa raagee, raagi isaa sun yoo muummowe, Mootiin Waan Maraa dhugumaan akka isa erge hin beekkama» jedhe.