Jeremiah 29:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gara qaaloleetifi raagootafi jaarole gumitifi nama Nebukadrezani Yerusalemu keesaa boojie Babiloni geese ch'ufa tatabe tana t'aafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Xalayaan ani Ermiyaas gadoota, raattota, bulchoota bani'iitii fi waan worra biraa ka Nabukadanatsoor booji'ee gara Baabiloonii ergeef barreessee erge akkana jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ermiyaasiin raagichi Yerusaalem irraa gara jaarsolee lubbu'uun hafanee worra booji'ame odduu jiranuu, hayyootaaf, raagotaa fi kolbaa Nebukadnezaar Yerusaalem keessaa gara Baabilonii booji'ee geesse maraaf, xalayaan erge ka asii gad jiru;