Jeremiah 29:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Yo ganni torbatama dabre lafti Babiloni guddinna ufi d'abde anini isani nahe worrati isani galche, akasiini kakhu tiyya guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi woggaa torbaatamaa ka isin Baabilooniin keessa jiraattan haga raawwatameen maayessa araaraan gara keessan dhufa; waadaa gara biyya keessanii isin galcha jedhee isinii gale hin raawwadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Woggaan torbaatam isin Baabilon keessa turtanu yennaa hobbaate ani isin hin ilaala; gara addee tanaa isin deebisiisaaf, waadaa kiyya dansaa isiniif gale san hin muummessa.