Jeremiah 29:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anumati herega anini isanii qabu beekha, aka hormaatani isanii d'ufe badii isani d'owu, ammalle aka waan dansa isani abdatani ch'ufa isanii kennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaada isinii qabu natu beeka; yaanni kunillee yaada hamaa uduu hin taane abdii yaada nagayaa mishaa ka isin eeggattan ka raawwatamu'uuf ta'u ka uf keessaa qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Yaada isiniif qabu hin beeka; yaad kunille yaada nageyaa, ka addii gara duraa isiniif kennu malee, ka isin miidhuu moti.