Jeremiah 29:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee, isani na agartani, aninileeni lafa teesaniti isani deebisa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani dhugamaan isiniin jedhaa na argattan; gara biyya teessanii isin deebisa; biyya ani itti isin facaase hulee kamiillee wolitti isin qaba; isin buqqisee isin ari'u'uun dura gara biyya duraan jiraattanii deebisee isin fida; ani Rabbi waan kana dubbadheera.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille akka isin na dhaggitanu hin godha; boojuu keessalle'ee isin hin deebisa; gosa biyya adda addaatii fi addee isin itti bittinneesse mara keessaa wolitti isin qabee gara lafa akka isin keessaa booji'antanu godhetti isin hin deebisa» jedha.