Jeremiah 29:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani hegeri waan nani jettani, AABBO Waaqi lafa Babiloni keesa yayu raaga nuu kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin, «Rabbi Baabilooniin keessaa raattota nuu kaaseera» jettanii dubbattaniirtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isinille, «Biyya Baabilonii keessatti Mootiin Waan Maraa raagota nu'uuf kaaseera» hin jettan.