Jeremiah 29:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan hayyu dira Daudini duri fidetifi waan worra dira kana keesa tau, fiit'a teesani ta isani woliini imboojiini ka AABBO Waaqi jed'u ch'aqasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin dubbii Rabbi waan mootii teessoo Daawitii dhaalee bulchuu fi firtoota teessan ta qachaa tana keessa jiraatan ta akka keessan booji'aanii hin fudhatamneetiif dubbatu dhagayaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo marroo mooticha barcumaa mootummaa Daawitii irra tee'eeruutii fi marroo kolbaa isin woliin adoo hin booji'amin hafanee qachaa kana keessa jiranuu,