Jeremiah 29:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Anini woraanafi beelafi d'ukuba worratiini d'ufe oda shame ka nami nyaachu indandeenne worra tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan banii maraa; «Ani isaan irratti lola, beelaa fi balaa fidu'uuf ta'a; akka muka hurbu'uu ka shamee nyaataaf hin tollee isaan taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, «Ani shallaagaa, beelaa fi balaa isaanitti ergee, akka midhaan muka harru'uu hamaa ka nami nyaatuu hin dandeennee isaan hin godha.