Jeremiah 29:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja worri Yerusalemu keesaa boojiani lafa Babiloni geesani nama abaaru fed'u. Worri waan jed'u, AABBO Waaqi aka Sedekiafi Ahabu, ka hayyuuni Babiloni ibidaani gube hobaase si tolchinna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Yerusaalemii booji'amanii gara Baabiloonii baqatan maruu yoo nama tokko abaaruu barbaadan, Rabbi akka Sedeqiyaasiitii fi akka Aki'aabii ka mootiin Baabiloonii akka isaan ibiddaan gubatan godhee si haa godhu jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Yihudaa keessaa booji'amee Baabilon keessa jiru marti, ‹Akkuma mootiin Baabilonii Zedeqiiya'aa fi Ahaab ibiddaan gube, Mootiin Waan Maraa si gubu› jedhaa wol abaaran.