Jeremiah 29:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti worri gaargala suni argatuufi worrati Israeli keesati waan dabaa tahe: Worri nad'eeni biyya barate, ammalle maqa AABBO Waaqatini d'ara dubbate. Wonti worri tolchu kunini waan Waaqi fed'uniti; inni waan worri tolche beekhe ila ufitini arge. Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaan wonti hamaan kun isaan irra gayeef waan cubbuu hamaa nama jibbisiisu hojjataniif; isaan dubartoota goshoo ufii woliin seebaraniiran; dubbii sobaa ka ani isaan hin ajanye dubbataniiran; kun waan ani akka isaan dubbatan hin feene; waan isaan godhan maraa waan isaanitti beekuuf ani isaanitti raga; ka waan kana dubbate ana Rabbi› jedhee dubbateera» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan niitota namoota dhibi'ii gaarayyeeffatanee dubbii ani isaan hin ajajin maqaa kiyyaan dhara dubbatanee, Israa'el keessatti waan nama qaanessu hujaneeran; ani tana waan beekuuf, dhugaa hin baya» jedha.