Jeremiah 29:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi, guddaani Israeli, waan nani jed'e, waan atini Shemaya ka gosa Nehelamitini jettu: Atini maqa kanketini tatabe gara worra Yerusalemutifi qaallicha Sefania ilma Maaseyatifi qaalole taani ch'ufati t'aafte. Tatabe suni keesa atini waan Sefaniani jette,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Shamaayaa dhalootaan biyya Naheela'aa ta'een akkana jedhi; kun dubbii Waaqa Israa'elii Gooftaa banii maraati; namoota Yerusaalemii gadicha ilma Maasiya'aa, Sofoniyaasii fi gadoota kaawwaniinillee maqaa keetiin dhaamsa ergiteerta; dhaamsa kee keessatti Sofoniyaasiin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Shemaa'iyaa nama biyya Nehelaamiititti ergaa akka himu Mootiin Waan Maraa Ermiyaas ajajee,