Jeremiah 29:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqo tana gara worra boojiani Babiloni geesaniti ergi waan jettuuni: Wonti Shemaya ka AABBO Waaqi jed'u tana: Anini, AABBO Waaqi, Shemayaafi d'aloota isaa ch'ufa ingaargalcha. Anini isa inergine, ammo inni raaga ufi tolche, isanii fage, dubbi d'ara isani d'ugefachise. Inni gosa teesani keesaa bada, ilmaani inhoratu, yokhaani waan dansa ka anini gumi tiyya tolchu inargu; wonti akanatiifi inni worraani, Waaqa dida jed'e barsiise. Nami dubbi suni jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Dubbii raagaa kana kunoo worra gara biyya Baabiloonii baqatanii jiraatan maraaf waan Shaamaaya'aa akkana jedhii ergi, ‹Shaamaayaan uduu ani isa hin ergine sobaan dubbii raagaa akka amantan isin taasiseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ergaa tana gara worra booji'ameeru maraa ergiitii, ‹Mootiin Waan Maraa marroo Shemaa'iyaa nama biyya Nehelaamii: Ani adoo isa hin ergin Shemaa'iyaan raaga isiniif raagee waan dharaa akka isin dhugeeffattanu waan godheef,