Jeremiah 29:32 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani Rabbi isaa fi fiixaa isaa maraa hin adaba; ammaa achi fiixaan nama kanaa isin keessatti hin argamu; innumtuu waan mishaa banii kiyyaa ani godhu maraa argu'uuf abdii hin qabu; sababaan inninuu akka isin na diddan taasiseera; ani Rabbi waan kana dubbadheera» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani dhugumaan Shemaa'iyaa nama biyya Nehelaamiitii fi sanyii isaa hin adaba; inni namooti na irratti akka ka'anu waan godheef, odduu kolbaa tanaatitti nama isaaf hafu hin qabaatu; inni waan dansaa ani kolbaa tiyyaaf godhulle hin dhaggu jedha› jedhiin» jedhe.